Kutaalee lallabaa naannoo Oromiyaa keessa jiran 16 keessaa, kutaaleen lallabaa jaha koree qindeessituu Waajjira Mana Lubummaa Ortodoksii Tawaahidoo Oromiyaa walin hojjechuuf waliigaluu isaanii walitti ...
Lallabaan Wangeelaa biyya Naayijeeriyaa akkaan beekaman TB Jooshuwaa ykn Temitope Balogun Jooshuwaa addunyaa kanarraa umuriisaanii 57n boqochuu waldaan isaanii SCOAN beeksise. Oduun kun erga ...